Nageenya ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’uuf itti gaafatama waloo qabna-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)-Nageenyaa ummataa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’u gochuuf itti gaafatama waloo qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Nageenyi bu’uura waan gaarii hundaa akka ta’e, nageenya malee misoomni kan hinyaadamne ta’uu eeraniiru.
“Nageenya ummata keenyaa mirkaneessuun gara misoomaatti akka deebi’u gochuuf itti gaafatama waloo qabna” jedhaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.