Fana: At a Speed of Life!

Magaalichatti mariin dargaggootaa “Boqonnaa Haaraa” gaggeeffama jira

Finfinnee, Eebla 12 ,2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti waltajjiin marii dargaggoota “Boqonnaa Haaraa” Galma Barkumeetti gaggeeffamaa jira.

Mariichi mata dure “Dargaggessaa sababa irratti hundaa’an Badhaadhina Magaalaa Finfinneef” jedhuun gaggeeffamaa jiraachuun ibsameera.

Marichaarratti Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee, Itti Gafaatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Magaalaa Finfinne Obbo Mogas Baalchaa, Ittaanaa Kantiibaa Magaalichaa Obbo Jaanxiraar Abbaay fi qondaaltonni olaanoo magaalicha biroon argamu ragaan Paartii Badhaadhina Magaalichaarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.