Haala lammiilee Ityoophiyaa Sudaan jiraanii mootummaan itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksise
Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Mootummaan haala lammiilee Ityoophiyaa Sudaan jiraanii itti dhiyeenyaan hordofaa jiraachuu beeksiseera.
Haalaa nageeyaa Sudaaniin walqabatee manni hojii Ministeera Dhimmaa Alaa fi Embaasiin Ityoophiyaa Kaartumitti argamu waliin ta’uun, nageenya lammiilee eeguuf hojjechaa jiraachuu eereera.
Waajjiraalee seektaaraa dhimmichi ilaallatu fi koreen naannoleen ollaa miseensaa ta’an sadarkaa biyyaalessaatti hundaa’uun eeruun, odeeffannoowwan jiran biroo fuulduratti kan beeksisu ta’uu Ministeerri Dhimma Alaa ibseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.