Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni “Fichee Cambalaalaan” nagaa kabajamee xumuramuun ibsame

Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyaanni bara haaraa Ummata Sidaamaa “Fichee Cambalaalan” rakkoo nageenyaa tokko malee kabajamee xumuramuu Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa naannichaa beeksisee.

Hoggannaan Birichaa Obbo Alamaayyoo Ximootiwos akka ibsanitti, Ayyaanni Fichee Cambalaalaa Magaalaa Hawaasaatti kabajamaa ture rakkoo nageenyaa tokko malee kabajamee xumuramuu ibsaniiru.

Ayyaanichi karaa nagaan akka xumuramuuf, Raayyaan Ittisaa Biyyaa, Poolisiin Fedeeraalaa, Poolisiin Sidamaa fi jirattoonni Magaalaa Hawaasaa shooraa olaanaa bahataniif galateeffataniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.