Finfinnee, Eebla 15, 2015 (FBC)- Waggoota lama walwaraanuurra waggoota 20 mari’achuu wayya jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad .
Haasawaa taasisaaniin walitti bu’iinsaa dhaabnii nageenyaa uumuun yeroo sirriidha jedhamu akka hinqabnee fi nageenyi guyyaa addaa akka hinbarbaachisne dubbataniiru.
Afaanii kan ba’uu fi kan afaan qawweetii ba’uu kan ajjeessuu kan jedhan Muummeen Ministiraa, nageenyi jalqaba waan hundaa ta’uu ibsaniiru.
Waggaa lamaa walwaraanuurra waggoota 20 mari’achuu wayyaa kan jedhan Muummeen Ministiraa, Ityoophiyaanonni haa dammaqnu, mari’achuun barbaachisadha jedhaniiru.
Kaleessaa waan baay’een nu ba’anillee aleessa kan nu darberraa carraa abdii dhalootaaf kennuu uumuu dandeenyas jedhaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.