Finfinnee, Eebla 11, 2015 (FBC)- Dargaggoonni Magaalaa Finfinnee pirojektoota gurguddoo magaalichaatti ijaaramaa jiran daawwataaniiru.
Pirojektoonni daawwatamaniis, Hospitaala Rifeeraalaa Kolfee, Hospitaala Rifeeraalaa Nifaas Siilkii, Giddugaloota Qonnaa fi Oomishaalee Gabaa fi piroojektoota biroo dawwachuu ragaan Wajjira Kaantiibaa magaalichaarra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.