Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun madfiin si’a 9 dhukaafama-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa

Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Ayyaana Id Alfaxiir boru kabajamu sababeeffachuun ganama borii si’a 9 madfiin kan dhukaafamu ta’uu Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa beeksise.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment