Fana: At a Speed of Life!

Aadde Adaanech Ayyaanaa ‘Fichee Cambalaalaan’ ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniru

Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen bara haaraa Ummata Sidaamaa ”Fichee Cambalaalaa” ilaalchisuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Ergaa isaaniins “Baga jijjiirraa baraa Ummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaa, nagaan geessan; Ayidee Cambalaalaa” jedhaniiru.
Jijjiirraan baraa Ummtaa Sidaamaa Fichee Cambalaalaan Magaalaa Hawaasaa Guddumaalleetti sirnoota garaagaraan kabajameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.