Fana: At a Speed of Life!

Dirre Dhawaatti Duulli talaallii Kaansarii Fiixee Gadaameessaa fi Kovid – 19 boru eegala

Finfinnee, Eebla 16, 2015 (FBC) – Magaalaa Dirre Dhawaatti duulli talaallii Dhibee Kaansarii Fiixee Gadaammeessaa fi Kovid – 19 borurraa eegalee kan kennamu ta’uu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksiseera.

Duulichi Eebla 17 -21 ,2015 kan gaaggeeffamu ta’uu Hoggantuun biiricha Aadde Lamlaam Bazzaabih ibsaniiru.

Duula kanan jiraattoota magaalicha kuma 71 oliif talallicha laachuuf karoorfamuu dubbataniiru.

Talaallichi Manneen barnoota fi Dhaabbilee Fayyaatti kan kennamuu ta’uu isaan hawaasni hundi talaallicha fudhachuun gahee isaa akka bahuu gafaataniiru.

Iyyoonaadab Andu’aalemtu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.