Fana: At a Speed of Life!

Ayyaanni Iid Alfaxiir boru kabajama

Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)-Ayyanni Iid Alfaxiir Jimaata borii akka kabajamu eerame.

Ayyaanichi Addeessi yoo har’aa galagalaa mul’atee guyyaa borii akka kabajamu, yoo hin mul’annee ammoo sanbataa akka kabajamu ibsamuun ni yaadatama.

Haaluma kanaan Addeessi har’a waan mul’atteef ayyaanni Iid Alfaxiir guyyaa borii kan kabajamu ta’uu beekameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.