Fana: At a Speed of Life!

Buufataalee tamsaasa Teelevizhinii shaniif eeyyamni kenname

Finfinnee, Eebla 12, 2015 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Ityoophiyaa buufataalee Tamsaasaa Teeleevizhinii 5’f eeyyama tamsaasaa kennuu beeksise.

Abbaan Taayitichaa eyyamichi kan kennee maddii fi ga’uumsi Faayinaansii dhaabbilee eeyyamni akka kennamuuf murtee hojii isaanii gaggeessuuf amansiisaa ta’uu ibseera.

Eyyamicha argachuuf qaamooleen iyyata dhiyeeffatanis Waajjira Abbaa Taayitichaatti argamuun waliigaltee akka raawwatanii fi har’a irra eegalee eeyyama isaanii fudhachuu akka danda’an Abbaan Taayiticha beeksiseera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.