Browsing Category
Idil Addunyaa
Ameerikaan oomishoota Faransaay irratti qaraxa dabaluuf
Finfinnee, Sadaasa 23, 2012 (FBC) – Ameerikaan oomishoota Faransaay irratti qaraxa dabalataa kaa’uuf akka jettu beeksiifte.
Ministeerri daladalaa biyyatti oomishoota Faransaay gara…
Fiiliippiinsi rooba cimaa bubbee makeen miidhamte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2012 (FBC) - Fiiliippiinsitti rooba cimaa bubbee makee roobaa jiruun miidhaa guddaan ga’aa jiraachuu himame.
Roobni Taaypoon jedhamu kun sa’aatii tokkotti km 215…
Hoggantoonni biyyootaa jijjiirama qabeenya qilleensaarratti mari’achaa jiru
Finfinnee, Sadaasa 22, 2012 (FBC) – Yaa’iin jijjiirama qabeenya qilleessaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi torbee lamaaf kan turu Ispeen magaalaa Maadiriiditti adeemsifamaa…
Ameerikaatti Xiyyaarri kufee caccabuun lubbuu namoota 9 galaafate
Finfinnee, Sadaasa 22, 2012 (FBC) - Ameerikaa(USA) Kibba Daakotaatti Xiyyaarri kufee caccabuun lubbuu namoota 9 galaafachuu fi namoota 3 irra miidhaa geessisuu himameera.
Xiyyaarri kun…
Preezdaantiin Ameerikaa Dooland Traamp himannaa irratti baname kan hin fudhanne ta’uu beeksisan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2012 (FBC) - Waayit Haawus qorannoo Preezdaantii Ameerikaa Doonaald Tiraamp aangoorraa buusuuf mana maree bakka bu'ootaan Roobii qoratamuu irratti argamanii akka hin…
Keeniyaatti Rooba cimaa roobaa jiruun oomishni qonnaa barbadaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Sadaasa 22, 2012 (FBC) - Keeniyaatti Rooba cimaa Torbee kana itti fufiinsaan roobaa jiruun oomishni qonnaa biyyaatti barbadaa’a jira jedhame.
Baha Afrikaatti Onkololeessaa…
Muummee ministiraa Iiraaq Abdul Maahdii aangoo gadhiisan
Finfinnee, Sadaasa 20,2012 (FBC) – Muummee ministiraa Iiraaq Adiil Abdul Maahdii aangoo akka gadi lakkisan beeksisan.
Erga ummanni mormii kaasen booda xalayaa aangoo gadi…
Jibuutiitti rooba roobeen namoota walakka miiliyoona ta’anirratti miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Sadaasa 19, 2012 (FBC) – Jibuutiitti roobaa cimaa roobeen walqabatee, lolaa uumameen namoota walakkaa miiliyoona ta’anirratti miidhaan qaqqabuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii…
Traamp Taalibaan waliin mari’achuuf Afgaanistaan galan
Finfinnee, Sadaasa 19, 2012 (FBC) – Preezdaanti Doonaald Traamp Taalibaan waliin mari’achuuf Afgaanistaan galan.
Marii Taalibaan waliin taasisaaniin itti fufee akka tasaa Afgaanistaanitti…
Sudaan seera haara raggaasiste
Finfinnee, Sadaasa 19, 2012 (FBC) – Sudaan sirna bulchiinsa Oomar Al Bashiriin diriire diiguun seera haaraa raggaasiste.
Sudaan seera haaraan isheen raggaasiste sirna bulchiinsa mootummaa…