Fana: At a Speed of Life!

Walga’iin Mana Maree ADWUI eegalame

0 386

Finfinnee, Sadaasa 11, 2012 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Adda Dimookiraatawa Warraaqsa Ummattoota Ityoophiyaa ADWUI’n gaggeeffamuu eegale.

Koreen Hojii Raawwachiftuu ADWUI dhimma walitti makamuu paartii irratti walga’ii gaggeesseen wixinee dambii seerichaa manni maree murtee akka akka laatuuf qajeelchuun isaa ni yaadatama.

Manni marichaas walga’ii har’a gaggeessuu eegale kanaan dhimmoota dhiyaatan irratti mari’achuun murtee ni kenna jedhamee eeggama.

Comments
Loading...