Fana: At a Speed of Life!

Mannii Murtii yakkamtoota Idila Addunyaa waraana Biriitaaniyaa irratti qorannoo gaggeessufi

0 299

Finfinnee,Sadaasa 8, 2012 (FBC)  – Mannii Murtii yakkamtoota Idila Addunyaa (ICC) waraana Biriitaaniyaa irratti qorannoo gaggeessuu akka damda’u beeksise.

BBCn fiilmii dookimentarii warannii Biriitaayina Iiraaqii fi Afgaanistaan irratti yakkaa rawwachuu isaa  agarsiisu hojjeteera.

Dookimentariichi lammiile nagaa biyyattii irratti yakka rawwatamuu fi yakkichiis mootummaan moottummaa Biriitaaniyaan akka ifatti hin baane ta’eera.

Mannii murtiichis yakka raawwatameera jedhamuu fi gabaasa BBCn hojjete ka’umsa godhachuun dhimmicha adda baasuuf nan hojjedha jedheera.

Ministeerri  raayyaa ittisaa biyyatti ragaan argame kan hin mirkannoofne ta’uu ibseera.

Dhimmichi bara Faranjoota 2003 Iiraaqitti kan argamu buufata Steefaan keessa kan jiraataan miseesoonni waraanaa Biriitaaniyaa birgeedi 3ffaan kan raawwataan ta’u gabaasichi ni hubachiisa.

Maddi:- BBC

 

 

Comments
Loading...