Fana: At a Speed of Life!

Injiinar Taakkalaan Mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa Burqaa Waayyuu daawwatan

0 113

Finfinnee, Sadaasa 4, 2012 (FBC) – Itti aanaan Kantiibaan Bulchiinsa magaala Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaa manneen barnoota Afaan Oromoo keessaa tokko kan ta’e Mana Barumsaa sadarkaa 1ffaa Burqaa Waayyuu daawwataniiru.

Manni barumsaa Burqaa Waayyuu barattoota 5342 fudhate barsiisaa jira.

Injiinar Taakkalaan maatii barattoota, barsiisootaa fi barattoota mana barumsaa kanaa waliin marii taasisaaniiru.

Comments
Loading...