Fana: At a Speed of Life!

Dooktar Abiy hoggantoota paartilee morkattoota naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waliin mari’atan

0 642

Finfinnee, Sadaasa 4, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota paartilee morkattoota naannoo Oromiyaa fi Amaaraa waliin mari’atan.

Walgahichi kan gaggeeffame naannoole lamaanitti lubbuun namaa darbuu fi qabeenyi barbaaduun walqabatee yoo ta’u, paartileen morkattoota naannoole lamaanii sochii gaggeessan fedhii ummataa fi adeemsa boruu irratti xiyyeeffachuun akka qabaniif marii taasifamedha.

Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad lammiilee irratti miidhaa tokko otuu hin qaqqabsiisiin hirmaanaa siyaasaa gaggeessun barbaachiisadha jedhan.

Dooktar Abiy hoggantoonni siyaasaa naannoolee itti hojii keessaan hojjetanitti nageenyaa fi tasgabbii buusuuf ga’ee isaanii akka bahatan gaafataniiru.

Comments
Loading...