Israa’el hogganaa olaanaa garee hidhattoota Filisxeem Baahaa Abu’al Aataan ajjeesu ibsite
Finfinnee, Sadaasa 3, 2012 (FBC) – Israa’el hogganaa olaanaa garee hidhattoota Filisxeem Baahaa Abu’al Aataan ajjeesu ibsite
Israa’el miidhaa xiyyaaraan qaqqabsiifteen hogganaa olaanaa garee hidhattoota Filisxeem Baahaa Abu’al Aataan ajjeesu ibsiteetti.
Baahaa Abu’al Aataan kan ajjeefaman mana jireenyaa isaanii keessatti ta’uu garichi beeksiiseera.
Israa’el Baahaa Abu’al Aataan ajjeesuuf rookketoota 70 fayyadamteetti.
Waraana adeemsifame kanaan gama Israa’el irraa namoonni 12 miidhamuun hoospitaala gaaluun yaalaama akka jiran himameera.
Maddi BBC