Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee miseensota komishinii ijaarsa nageenyaa waliin mari’atan

0 103

Finfinnee, Sadaasa 2, 2012 (FBC) – Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti garee miseensota komishinii ijaarsa nageenyaa waliin mari’ataniiru.

Gareen miseensoota kun jijjiirama hunda galeessa ityoophiyaatti hojjetamaa jiru biyyaattin abdii gaarii akka qabaattu taasiseera jedhaniiru.

Akka idila addunyaatti nagenya mirkaneessuuf hojiiwwaan hojjetamaan ajandaawwaan biyyooleessa biyyattiif dursa kennuun akka ta’e miseensoonni komishinicha ibsaniiru.

Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee gama isaaniitiin hojiin nagenya mirkaneessuf hojjetamu hawaasni beekumsa qabutti fayyadamuun akka raawwachuu qabu himaniiru.

 

Comments
Loading...