Fana: At a Speed of Life!

Konkolaataan sa’aatiitti fageenya Kiiloo meetira kuma 1 ol imaluu danda’u hojjetame

0 270

Finfinnee, Sadaasa 2, 2012(FBC) – Qorattoonni Briitaaniyaa konkolaataa sa’aatii tokkotti fageenya kiiloo meetiran kuma 1 ol imalu Blaadihawund jedhamu hojjechuu ifoomsan.

Motorri  jeettii Yuuroofaaytar Taayfan jedhamu kan  irratti hojjetameef Konkolaataan kun yeroo gara yerootti dandeentiin ariitii isaa fooyya’aa dhufuu dubbatameera.

Blaadihawund konkolaattoota ariitii qaban hojjechuuf yaalii taasiifamaa jiru sa’aatii tokkotti fageenya maayila 500 caaluu isaa ibsameera.

Humni konkolaataa kanaa Afrikaa Kibbaa kaaba bulchiinsa Keep Hakiskiin Paan iddoo jedhamutti yaallamuu eerrameera.

maddi:- BBC

Comments
Loading...