Fana: At a Speed of Life!

Buufanni Xiyyaara Ityoophiyaa Aviiyeeshin Akkaadaamiin ogeessota 384 eebbisiise

0 265

Finfinnee, Sadaasa 2, 2012 (FBC) – Buufanni Xiyyaara Ityoophiyaa Aviiyeeshin Akkaadaamiin ogeessota  384 eebbisiise.

Buufanni Xiyyaara Ityoophiyaa Aviyeeshin Akkaadamiin ogeessota 384 eebbisiise keessa 67 balaliistoota Xiyyaaraa, 70 teeknishaanota Xiyaaraa, 109 keessumeessitoota balallii, 90 gurgurtaa fi 48 ammoo ogeessota nyaata qopheessanidha.

Comments
Loading...