Fana: At a Speed of Life!

Yuunvarsiitin Goondar ogeeyyii yaalaa 251 ebbisiise

0 103

Finfinnee, Onkololeessa 29, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitin Goondar ogeeyyii yaalaa 251 ebbisiise.

Koolleejjiin Yaalaa Yuunvarsiitii Goondar ogummaa yaalatiin barattoota digriidhan leenjise 251 ebbisiise.

Ebbifamtoota keessaa 64 dubartoota yoo ta’an, 187 dhiira ta’uu yuunvarsiiticharraa odeeffannoon arganne ni muul’isa.

Comments
Loading...