Fana: At a Speed of Life!

Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa leenjitoota 125 ebbisiise

0 280
Finfinnee, Onkololeessa 29, 2012 (FBC) – Koolleejjiin Poolisii Oromiyaa qondaaltota leenjisaa ture 125 har’a ganama ebbisiisera.
 
Ebbifamtoonni kanneen Koolleejjii Poolisii Oromiyaa Adaamaatti leenjii Diippiloomaa isaanii hordofaa turaniiru.
 
Koolleejjichi marsaa lammaffaadhan leenjitoota barnoota isaanii hordofaa turani har’a kan ebbisiise.
 
Sirna ebbichaarratti hoggansi naannoo Oromiyaa, hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa Dooktar Qana’aa Yaadataan argamaniiru.
 
Ebbifamtoonni sirna haqaa fi nageenya hawaasaa tiksuu keessatti ga’ee isaanii akka ba’atan dhaamameera.
Comments
Loading...