Fana: At a Speed of Life!

Tajaajila walitti hidhaminsa aanaalee cimsuuf hojjetama jira jedhan

0 130

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2012 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii fi Ityoo Telekoom tajaajila walitti hidhaminsa aanaaleef laataan caalumatti fooyyeessuf hojjecha jiraachu ibsan.

Hamma yaa’insa odeeffannoo tajaajila walitti hidhaminsa aanaalee  gara Gbps 10 guddisuuf ni hojjtama jedhanmeera.

Ministirri Deettaan Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Ahimadiin Mahaammaad biyyatti ce’umsa teeknooloojii akkasumaas salphaatti hojiii hojjechuuf sochii taasisaa jirtu galmaan ga’uuf dhaabbilee hundumaa cimanii hojjechu qabu jedhan.

Comments
Loading...