Fana: At a Speed of Life!

Obbo Gadduun,Tiiboor Naash waliin mari’atan

0 105
Finfinnee,Onkololeessa 28,2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw, Ameerikaatti gargaaraa ministiraa dhimma Afrikaa Tiiboor Naash waliin mari’atan.
 
Obbo Gadduun marii Hidha Haaromsaa Waashiingitanitti gaggeeffameen cinaatti Tiiboor Naash waliin mari’ataniiru.
 
Jijjiirrama siyaasaa fi diinagdee Ityoophiyaan taasisaa jirturratti tumsa Ameerikaan taasisturratti mari’ataniiru.
 
Tiiboor Naash, Ityoophiyaan naannichatti nagaa fi tasgabbii buusuuf ga’ee olaanaa taphachaa jiraachuu ibsaniiru.
Comments
Loading...