Fana: At a Speed of Life!

Dr Abiy Ambaasaddar Injiinar Mahbuud Maaliimii fi Bareeessaa Olaanaa IGAD Dr Warqinah waliin mari’atan

0 333

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Bareeessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) duraani Ambaasaddar Injiinar Mahbuud Maaliimii fi Bareeessaa Olaanaa IGAD haaraa Dooktar Warqinah Gabayyoo waliin mari’atan.

Dooktar Abiy Ahimad kan gaggeeffaman Bareeessaa Olaanaa Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa (IGAD) duraani Ambaasaddar Injiinar Mahbuud Maaliimii hojii isaan naannichatti nageenya buusuuf hojjetan dinqisifaataniiru.

Comments
Loading...