Fana: At a Speed of Life!

Deeggaraan Maariyoo Baalaatoolii irratti arrabsoo sanyuummaa raawwate waggoota 11f ittifame

0 187

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2012 (FBC) – Deeggaraan Maariyoo Baalaatoolii irratti arrabsoo sanyuummaa raawwate waggoota 11f ittifame

Tapha torbee darbee Seeri’aa Xaaliyaanin; Birees shiyaan Heelaas Veeroonaa waliin taasisan irratti Maariyoo Baalaatoolii irratti deeggaraan arrabsoo sanyummaa geessise waggaa 11f istaadiyamiidhaa ittifameera.

Dhoorkiin waggaa 11 kun kan darbe duursaa deeggartoota garee kubbaa miillaa Heelaas Veeroonaa; Luukaa Kaasteliiniirratti.

Kilabichi ittisicha kan dabarse Baalaatoolii irratti yaadni sanyummaa qeequ laatamuu isaatini.

Heelaas Veeroonaan tapha itti aanu deeggartoota walakkaa istaadiyamiin akka gaggeessu koreen naamusaa Seerii’ee murteessera.

Maddi:-Suuppar Ispoort

Comments
Loading...