Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin waljijjiirra ragaa fayyaa idila addunyaa 19ffaa Finfinneetti gaggeeffama jira

0 178

Finfinnee, Onkololeessa 25, 2012 (FBC) – Yaa’iin waljijjiirra ragaa fayyaa idila addunyaa 19ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffama jira.
Yaa’ichi damee fayyaatiin kan qabame ajandaawwaan ce’umsaa fayyaa arfan tokko kan ta’edha.

Yaa’ichi biyyatiitti hojiirra kan jiran appilikeeshinootaan akka walqunnaman taasisuu, muuxannoo hojii waljijjiiruu fi deeggrasa teeknikaa kan taasisuu ta’uu Ministeera Fayyaatti Daayreekterri Daayreektoreeti Informeeshin Teekinooloojii obbo Iyoob Kabbadee himaniiru.

Comments
Loading...