Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Soochiitti, Vlaadmiir Puutiin waliin mari’atan

0 258

Finfinnee, Onkololeessa 12, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Soochiitti preezdaantii Raashiyaa Vlaadmiir Puutiin waliin mari’atan.

Dooktar Abiy riifoormii Ityoophiyaatti gaggeeffamaa jirurratti ibsa laataniiru.

Fooyyessa diinagdee biyya keessaa hojiirra oolchudhaan, waggoottan kurnan itti aananitti Ityoophiyaa sadarkaa biyyoota Afrikaa diinagdee cimaa qaban 5 keessaa keessaa takka gochuuf kan hojjetamu ta’uu himaniiru.

Comments
Loading...