Fana: At a Speed of Life!

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gara Raashiyaa imalan

0 336

Finfinnee, Onkololeessa 11, 2012 (FBC) –Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gara Raashiyaa imalan.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Raashiyaatti fooramii Afrikaarratti hirmaachuuf har’a waaree booda gara Raashiyaa imalaniiru.

Fooramiin waloo kun waraana diilallaa’aa addunyaatin booda waltajjii waloo jalqabaa Afrikaa fi Raashiyaati.

Waltajjichi magaalaa Soochiitti kan gaggeeffamu yammuu ta’u, hoggansi biyyoota Afrikaa 35 ni hirmaatun eegama.

Muummee ministiraa turmaata isaanitiin preezdaantii Raashiyaa Vlaadmiir Puutiin dabalatee hoggansa biyyoota addaddaa waliin walarganii ni mari’atuun eegamu.

Comments
Loading...