Fana: At a Speed of Life!

Walakkaa maraatoonii Deelhiin Tsahaay Gammachuu riikardii haaraa galmeessite

0 139

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2012 (FBC) – Atileettooni Ityoophiyaa Andu’amlaak Ballihuu fi Tsahaay Gammachuu walakkaa maraatoonii 15ffaa Deelhii injifataniiru.

Atleet Tsahaay Gammachuu walakkaa maraatoonii kanaan riikardii haaraa galmeessun yoo injifattu, Ye’alam Zarfi Yewaalaa fi Zabiibaa Yimar  2ffaa fi 3ffaa bahaniiru.

Shaampiyoonaa Atileetiksii idila addunyaa Dohaa meetra kuma 10 osoo hin milkaa’in kan hafe, Andu’amlaak walakkaa maraatoonii Deelhii injifachuun cimina isaa muul’iseera.

Salamoon Barihuunii fi atleetiin Keeniyaa Kiibiiwaat Kaandii 2ffaa fi 3ffaan xumuraniiru.

Maddi:- Hiindustaantaaym

 

Comments
Loading...