Fana: At a Speed of Life!

Obbo Ahimad Shiideen, daayreektara olaantuu Baankii Addunyaa waliin mari’atan

0 132

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2012 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen, daayreektara olaantuu Baankii Addunyaa Kiriistaaliinaa Joorjiyoovaa waliin mari’atan.

Marichaanis jijjiirramaa fi fooyyessa diinagdee Ityoophiyaarratti ibsi laatameefira.

Mootummaan Ityoophiyaa dirree invastimantii fayya qabeessa taasisuuf hojjechaa jiraachuu ministirichi ibsaniiru.

Daayreektarri olaantittiin gama isaanitiin baankiin isaanii fooyyessa diinagdee Ityoophiyaa kan tumsu ta’uu ibsaniiru.

Comments
Loading...