Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin waggaa damee fayyaa gaggeeffamaa ture xumurame

0 95

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2012 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee fayyaa gaggeeffamaa ture xumurame.

Yaaichi 21ffaa yammuu ta’u, magaalaa Finfinneetti taa’amaa ture, marii bu’aa qabeessaa fi galteewwaa garii kan irraa fudhatamedha jedhame.

Ministirin Fayyaa dooktar Amiir Amaan yaa’icha kan qopheessaan bulchiinsa magaalaa Finfinnee fi Biiroo Fayyaa Finfinnee akkasumaas hojjetoota ministeera fayyaa galateeffataniiru.

Comments
Loading...