Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq muummee ministiraa Niiwizlaand duraanii Heelan Kilark waliin mari’atan

0 58

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen muummee ministiraa Niiwizlaand duraanii Heelan Kilark waliin mari’atan.

Turtii isaanitiinis dhimmoota addaddaarratti mari’ataniiru.

Hawwattoota tuuriizimii Ityoophiyaa fayyadamuudhan carraa hojii uumuun bifa danda’amurrattis mari’ataniiru.

Comments
Loading...