Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy badhaasa Heesan Yuuroo kuma 25 argatan projeekti dargaggoota gaariif laatan

0 255

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, badhaasa nageenyaa Heesan Yuuroo kuma 25 tajaajila dargaggoota gaarii akka kennan waadaa galuun walqabatee, guyyaa har’aa hoogganaa projeektichaa Yoonaataan Akiliiluu argachuun maallaqa waadaa galaan kennaniiru.

Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad ji’a Fulbaanaa hojjetaan wangeelaa Yoonaataan Akiliiluu dargaggoota Ityoophiyaa deeggaruuf hojii gaarii isaan hojjetaniif beekkamti kennuun isaanii ni yaaddatama.

Comments
Loading...