Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad hoggantoota naannolee Afaar fi Somaalee waliin mari’atan

0 105

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad hoggantoota naannolee Afaar fi Somaalee waliin mari’atan.

Dooktar Abiy hoggantoota naannolee lamaanii waliin haala yeroo nageenyaa irratti mari’ataniiru.

Maricharrattis ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufaariyaat Kaamiil dabalatee hoggansi olaanoo naannoo Afaarii fi Somaalee, poolisii federaalaa fi raayyaa ittisa biyyaa FDRI hirmaataniiru.

Comments
Loading...