Fana: At a Speed of Life!

Manne Barnoota Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachawn ijaarsiisan keessaa 4 hojii eegalan

0 209

Finfinnee, Onkololeessa 7, 2012 (FBC) – Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw guutumma biyyaatti manneen barnoota sadarkaa 2ffaa 20 ijaarsiisa jiraachuun isaanii ni yaaddatama.

Kanneen keessaaa 4 ijaarsi isaa xumuramuun hojii kan eegale yoo ta’u, manneen barnoota kunneen:

Mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Liibaan – Shawaa Bahaa Liibaan Cuqqaalaa

Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Salaalee – Shawaa Kaabaa Wucaalee

Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Tuullaa Suuroo – Gujii Lixaa Suuroo Barguudaa

Mana Barumsaa sadarkaa 2ffaa Loozaa Birhaan – Gondar fa’i

Comments
Loading...