Fana: At a Speed of Life!

Obbo Dammaqaan Deevid Baasley waliin mati’atan.

0 84

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2012 (FBC) – Itti Aanaan Muummee Ministira obbo Dammaqaa Mokonniin Daayreektera Olaanaa Sagantaa Misooma Nyaataa Idila Addunyaa Deevid Baasley waliin mati’atan.

Marii isaani kanaan damee deeggarsa namummaa fi misooma itti fufinsa qabu irratti mari’ataniiru.

Dhaabbatichi fulduratti mootummaa waliin caalumatti qindoominaan hojjechuu dhimmoota dandeesisan irratti waliigalteera ga’amu ragaan waajjira itti aanaa muummee ministira irraa arganne ni hubachiisa.

Jilli Itti Aanaa Muummee Ministira obbo Dammaqaa Mokonniin durfamu Roomitti kan gaggeeffamu Fooramii Investimeent hirmaachuuf Xaaliyaan galuun isaani ni yaadatama.

Comments
Loading...