Fana: At a Speed of Life!

Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii idileessa 17ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessa jira

0 106
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Tigraay yaa’ii idileessa 17ffaa bara hojii 5ffaa guyyaa har’a eegaleetti gaggeessa.
 
Manni marichaa yaa’ii isaa Onkololeessa 6-8, 2012 kan gaggeessu ta’a.
 
Yaa’ichaan karoora bara 2012 irratti mari’achuun ni raggaasisa.
 
Oodiitara olaanaa, mana murtii oolaanaa fi baajata eejaansii maas miidiyaa naannicha irratti mari’achuun ni raggaasisaan eeggama.
 
Wixineewwan labsii garaagaraa 5 irrattis mari’atee ni raggaasisa.
Comments
Loading...