Fana: At a Speed of Life!

Mana Barumsaa Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw Gondaritti ijaarsisaan eebbifame

0 102

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2012 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Loozaa Birhaan Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw baasii birrii miiliyoona 20 Gondaritti ijaarsisaan guyyaa har’aa eebbifameera.

Sirna eebbaa kana irratti Giiftii duree aadde Zinnaash Taayyaachaw dabalatee, aanga’oota olaanoo mootummaa naannoo Amaaraa, hoggantoota barnootaa federaalaa fi keessummoonni irratti argamaniiru.

Manni barumsichaa kutaalee barnoota 28, mana kitaaba, gamoo bulchiinsaa fi kautaalee yaalii 4 kan qabudha.

Comments
Loading...