Fana: At a Speed of Life!

Koreen giddu galeessaa ODP murteewwan dabarsuun walga’iisaa xumure

0 523

Finfinnee, Onkololeessa 6, 2012 (FBC) – Koreen giddu galeessaa ODP marii guyyoota lamaan darbaniif Finfinneetti geggeessaa ture murtoowwwan dabarsuun xumure.

Raawwii hojii dhaabbattummaa fi mootummaa, tokkummaa keessoo paartii fi riifoormii paartileerratti mari’atameera.

Gufuuwwan jijjiirramaa adda baasuun, kallattiin furmaataas kaa’ameera.

Comments
Loading...