Fana: At a Speed of Life!

Yaa’iin waggaa damee fayyaa gaggeeffamaa jira

0 71

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2012 (FBC) – Yaa’iin waggaa damee fayyaa gaggeeffamaa jira.

Yaaichi 21ffaa yammuu ta’u, magaalaa Finfinneetti taa’amaa jira.

Yaa’icha itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan jalqabsiisaniiru.

Biyyi teenya badhaatuu akka taatu kan barbaannu taanan, dhaloota baratee fi fayya qabeessa horachuun dirqama ta’a jedhaniiru Injiinar Taakkalaan.

Bifa kanaanis kaayyoo qabanne galmaan ni geenya, bakka yaadne ni qaqqabna jedhaniiru.

Comments
Loading...