Fana: At a Speed of Life!

Diippoon Shagoolee ebbifamuudhan tajajaila laachuu eegale

0 120

Finfinnee, Onkololeessa 4, 2012 (FBC) – Diippoon atoobisii Shagoolee Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 55 ijaarrame har’a ifatti ebbifamuudhan tajajaila laachuu eegale.

Diippichi dhaabbii atoobisii, wiirtuu suphaa ammayyaa, dibaa halluu qaama konkolaataa, tajaajila konkolaata adhiquu, raabsaa boba’aa qaba.

Diippoon kun atoobisoota 212 dhaabsisuu danda’a jedhameera.

Atoobisoota 250 amma 300 ta’aniif ammoo tajajaila dhiquu fi suphaa laachuu dandeessisa.

Comments
Loading...