Fana: At a Speed of Life!

Ambulaansonni 200 hoospitaalotaaf dabarfaman

0 87

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2012 (FBC) – Ambulaansonni 200 hoospitaalota naannolee, bulchiinsota magaalaa fi hoospitaalota yuunvarsiitiif laataman.

Ministeerri Fayyaa sirna fayyaa fooyyessuu fi damicha gargaaruuf ambulaansota bituuf karoorfame 3000 keessaa har’a 200 dabarseera.

Kanaan dura 1200 dabarsee kennuun isaa ni ysadatama.

1800 hafan keessayi har’a 200 kan dabarfaman.

Ambulaansonni hafanis bara baajatichaatti gara biyyaa galfamanii ni raabsamu.

Comments
Loading...