Fana: At a Speed of Life!

Teessoon Preezdaanti Taanzaaniyaa Daaree Salaam irraa Gara Dodoomaatti jijjirame

0 426

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2012 (FBC) – Teessoon Preezdaant Taanzaaniyaa Joon Maagufuulii Daaree Salaam irraa Gara Dodoomaatti jijjiramuuun  isaa ifa ta’eera.

Dodoomaa magaala gudditti biyyatti taasisuun yaada preezdaanti Taanzaaniyaa duraani Juuliyaas Niyereeree ture.

Naannoo Kiitaaviin ture garu yeroo ammaa kana gara magaalaa gudditti kiyya dhufeera kan jedhan Maagufuuliin filannoo naannoo naannichatti gaggeefamu hirmaachuuf galmaa’aniiru.

Waajjirooleen Ministeera biyyatti gara Dodoomaatti jijjiramaniiru.

 

Maddi:- BBC

 

Comments
Loading...