Fana: At a Speed of Life!

MM Dr Abiy Ahimad, Sudaan Kibbaa galan

0 250
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Sudaan Kibbaa galan.
 
Mootummaa cee’umsaa Sudaan Kibbaa humnoota hidhataniin araarsuuf Juubaa galaniiru.
 
Dooktar Abiy jila Ityoophiyaa marii Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaarratti hirmaatan hogganuudhan Juubaa galaniiru.
 
Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Juubaa yammuu ga’an preezdaantiin biyyattii Saalvaa Kiir Maayardiitii fi hoggansi olaanoo biroo simannaa taasisaniifiru.
Comments
Loading...