Fana: At a Speed of Life!

Boorutti hiriirri Finfinneetti gaggeeffamu hin jiru- Poolisii

0 341

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti booru Onkololeessa 2,2012 hiriirri gaggeeffamuu fi daandiin cufamu akka hin jiraatin Koomiishiniin Poolisii Finfinnee beeksise.

Maqaa koomiishinichaatin odeeffannoon hiriirri beekamtii argateeran tamsa’e soba ta’uu Koomiishiniin Poolisii Finfinnee ibseera.

Sochiin magaalichaa idilee kan ta’u ta’uus eerera.

Hawaasni odeeffannoo dharaarraa of eeggannaa akka taasisus dhaamera.

Comments
Loading...