Fana: At a Speed of Life!

Abu Daabiin, Dr Abiy Noobeelii injifachuu isaanitiin gammachuushee ibsatteetti

0 183

Finfinnee, Onkololeessa 1, 2012 (FBC) – Magaalaan Abu Daabii muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa Noobeelii nageenyaa addunyaa 2019 injifachuu isaanitiin gammachuushee ibsatteetti.

Gamoowwanii fi daandiiwwan magaalattii suuraa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, mootii Emmireetota Arabaa Gamtooman Mahaammad Biin Zaayid, akkasumas suuraa alaabaa Ityoophiyaatin bareeddee bulteetti.

Comments
Loading...