Fana: At a Speed of Life!

Priimiyar Liigiin Sadaasa 6 fi 7, 2012 akka eegalu murtaa’e

0 222

Finfinnee, Fulbaana 30, 2012 (FBC) – Koreen Priimiyar Liigii walga’ii har’a gaggeesseen taphni Priimiyar liigii Ityoophiyaa Sadaasa 6 fi 7, 2012 akka eegalu murteesseera.

Walitti qabaan koricha Ajajaan dhibbaa Faqqadaa Maammoo Ityoophiyaa sookeriif akka ibsanitti guyyaa fi sa’aatiin sirna carraa buusuu dhiyyeenyatti kan ibsamu ta’a jedhaniiru.

Comments
Loading...