Fana: At a Speed of Life!

Daagimaawit Hoggantu Barreessitu Dhaabbata Aviyeeshin Siivil Dr Faang Liiyuu waliin mari’atan

0 78

Finfinnee, Fulbaana 29, 2012 (FBC) – Ministirin Geejjibaa Aadde Daagimaawit Hoggantu Barreessitu Dhaabbata Aviyeeshin Siivil Dooktar Faang Liiyuu waliin mari’ataniiru.

Marchaanis dhimmoota garaagaraa irratti kan mari’ataaniiru.
Dooktar Faang Liiyuu hojiiwwan hanga ammaa damee aviyeeshini hojjetamee fi bu’aawwaan argamaan irratti hubannoo uumuun caalumatti cimuu akka qabu himaniiru.

Dooktar Liiyuu Ityoophiyaa akka daawwataniif aadde Daagimaawitin affeerraan dhiyyaateera.

Dooktar Faang Liiyuunis affeerra daawwannaa aadde Daagimaawitiin dhiyaate fudhachuu isaani ragaan Waajjira Geejjibaa irraa araganne ni hubachiisa

Comments
Loading...