Fana: At a Speed of Life!

Oomishni gabaa ji’a Fulbaanaa oomishoota gatii birrii biiliyoona 2.1 walbichisiise

0 102

Finfinnee, Fulbaana 28, 2012 (FBC) – Gabaan Oomisha Ityoophiyaa ji’a Fulbaanaa oomishoota gatii birrii biiliyoona 2.1 walbichisiisu beeksiseera.

Gabaan Oomisha Ityoophiyaa ibsa Faanaa Broodkaastiing koorporeetiif ergeen, ji’a Fulbaanaa keessa Buna toonii kuma 21 fi dhibba 5 fi 25, saalixii toonii kuma 3 fi 994, boloqqee adii toonii 858  maashoo magariisa toonii kuma 5 fi 083, atara toonii kuma 7 fi 111 waluumaagalatti oomisha toonii kuma 38 fi 570 wal bichisiiseera.

Ji’a Fulbaana bunni gabaa alaaf dhiyaatu tooniin kuma 15 fi 967 buna hin miichamne birrii biiliyoona 1.18 bunni miichame ammoo toonii 380 birri miiliyoona 29.97 wal bichisiiseera.

 

 

Comments
Loading...